Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:5 - WAADAA LAMMATAA

5 Ifnillee dukkana keessatti ifa. Dukkantillee isa hin injifanne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

5 Ifin dukkanaan ni ifa, dukkanni'llee ifa hin injifattuun.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

5 Ifni dukkana keessatti ifa. Dukkanti isa hin injifanne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:5
10 Referans Kwoze  

Nama akka umameen jiruu, wonti Ayyaana Rabbii waan gowwummaa ta'eef hin fudhatu; dubbiin Ayyaanaa waan Ayyaana Rabbiitiin qoramuuf namni foonii beeku hin danda'u.


Inni adunyaa tana irra ture; adunyaanillee isaan ta'e; adunyaan ammoo isa hin beennee.


Haguma Rabbiin beekuu jibaniin Rabbi waan hin taane akka godhan samuu faayyidaa hin qabneef dabarsee isaan kenne.


Namoonni ifaa ibsanii, akka nama mana keessa jiru maraaf ifutti, waan ifaan irra kaayamu irra kaayan malee, gonbisoo jala hin kaayan.


Dukkanaa gara ifaa, baallii seexanaa keessaa gara Rabbii akka deebi'an ija isaanii akka bantuuf banii itti si ergu worra Yihuudota hin taane jalaallee si oolcha.›


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite