Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:49 - WAADAA LAMMATAA

49 Naatinaa'elillee, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne, uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

49 Yeroo sanitti Naatinaa'el, «Yaa Barsiisaa! Ati Ilma Waaqaati! Ati nugusa worra Israa'eeliiti!» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

49 Naatinaa'el, «Eessatti na beetta?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Uduu Filiphoos si hin waamne; uduu ati muka hurbu'uu jala jirtu si arge» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:49
31 Referans Kwoze  

Anillee isa argeera; akka inni Ilma Rabbii ta'e rageera.»


«Mootiin maqaa Goofta'aatiin dhufu ka eebbifame! Sami'ittillee nagaya, gammachu'uu fi ulfinna!» jedha'aa Rabbiin galateeffatan.


«Inni kaawwan fayyiseera; uf fayyisuu hin danda'u. Inni mootii Israa'elii yoo ta'e, mee amma fannoo irraa gadi haa bu'uu; nullee itti amannaa.


«Mootiin Yihuudotaa ka dhalate, eessa jira? nu urjii isaa karaa aduun baatutti arginee, isaa sagadu'uuf dhufneerra» jedhanii iyyaafatan.


Yesuusillee ufirra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.


Yesuusillee bulchaa afoo dhaabate; bulchaanillee, «Ati mootii Yihuudotaatii?» jedhee isa gaafate. Yesuus, «Maarre atuu jette» jedheen.


Worri yabala keessa turan, «Dhugamaan ati Ilma Rabbiiti» jedhanii sagadaniif.


Philaaxoosillee eeganaa, «Ati Mootii Yihuudotaatii?» jedheen. Yesuusillee deebisee, «Ani mootii akka ta'e atuu jette. Ani dhugaa ragu'uuf dhaladheera, kanaaf gara adunya'aa dhufeera. Sababaa dhuga'aatiif maruu laagaa kiyya hin dhagaya» jedhe.


Yoomillee yoo ta'e ka Rabbiin arge tokkollee hin jiru. Ilma isaa tokkicha Abbaa bira jirutu kana ibse.


Achiin maayessa ataabtichii gara isaa dhufee, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana xoroshoo akka ta'u ajaji» jedhe.


Hulee gabaya'aatitti nagaya ulfinnaa akka isaan gaafatanii fi gumiin ‹Barsiisaa'a› jedhanii akka isaan waaman jaalatan.


Isin barsiisaa tokko waan qabdanii fi isin martinuu obboleeyyan waan taataniif, ‹Barsiisaa'a› jedhamtanii hin waamaminaa'a.


Inni Kiristoosii mootii Israa'elii yoo ta'e, Fannoo irraa uf haa buusuu. Achiin maayii nullee arginee isatti amannaa!» jedha'aa, jarri lamaan Yesuusiin woliin fannifamanillee isa arrabsan.


Maleekkaanillee deebisee akkana jedheen, «Ayyaanni Woyyuun sitti hin dhufa, hunni Rabbii Ol Aana'aallee si golga. Kanaafuu ka sirraa dhalatu Woyyuu Ilma Rabbii jedhama.


Naatinaa'elillee deebisee, «Barsiisaa'a, ati Ilma Rabbiiti! Ati mootii Isiraa'eliiti!» jedheen.


Uduu kun ta'aa jiru darasoonni isaa, «Barsiisaa'a, mee waa nyaadhu!» jedhanii kadhataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite