Wongeela Yohaannis 1:47 - WAADAA LAMMATAA47 Naatinaa'elillee, «Naazireetiin keessaa wonti mishaan bawuu danda'aa?» jedhee gaafate. Filiphoosillee, «Koottuu laali» jedheen. Gade chapit laWaadaa Haarawa47 Naatinaa'el gara isaa yeroo dhufu argee Yesus, «Kunoo! Daba ka hin qabnne nama Israa'eelii ka dhuga'aa!» jechu'uun, waayee isaa ni dubbate. Gade chapit laKitaaba Woyyuu47 Naatinaa'elillee, «Naazireetiin keessaa wonti mishaan bayuu danda'aa?» jedhee gaafate. Filiphoosillee, «Koottuu laali» jedheen. Gade chapit la |