Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:42 - WAADAA LAMMATAA

42 Innillee firrisee obboleessa ufii Simooniin argee, «Kiristoosiin arganneerra» jedheen. Kiristoos jechuun, «Masihii» jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

42 Kanaan duubatti Indriyaas Simooniin, gara Yesusii ni fideen. Yesus'llee guutatee laaleeniiti, «Ati ilma Yoana'aa Simoon! Ammaa achitti garuu, Keefaa ni jedhamta» jedheen. (Keefaa jechuun Phexiros yookiin dhagaa siidaa jechu'u.)

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

42 Inni firrisee obboleessa ufii Simooniin argee, «Kiristoosiin argineerra» jedheen. Kiristoos jechuun, «Masihii» jechu'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:42
20 Referans Kwoze  

Keefa'atti mudhate; achiin maayii kudha lamaanittu mudhate.


Phaawuloos, Aphiloos, Keefaa, adunyaa tana, jireenna, du'a, ka qabuu fi ka dhufullee yoo ta'e, maruu keessan.


Kana jedha, gari gariin keessan, «Ani ka Phaawuloosiiti»; «Ani ka Aphiloosiiti»; «Ani ammoo, ka Keefa'aati»; ka biraa, «Anillee ka Kiristoosiiti» jettan.


Worri bulchoota ijoo fakkaatanii mudhatan, Yaaqoob, Keefa'aa fi Yohaannisillee Rabbi akka kennaa badhaadhummaa naa kenne hubbatanii nu gara worra Yihuudii hin taanee, isaan ammoo gara worra Yihuodotaa akka dhaqan, anaa fi Barnaabaasiin woliin wolii galan.


Akka ergamtoota kaawwanii akka obboleeyyan Goofta'aatiif akka Keefa'aa, haadha manaa teenna ta amante qabannee deemuu mirga hin qabnuu?


Maqaan ergamtoota kudha lamaan kanniinii ka duraa, Simoonii «Pheexroos» jedhamu fi obboleessa isaa Indiriyaas; ilmaan Zabdiwoosii, Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannis;


Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen.


Simoon Pheexroosiif ka Didimoos jedhamu Toomaas nama Qaanaa Galiilaa Naatinaa'elii fi ijoolleen Zabdiyoosi darasoota keessaallee ka biraa namoonni lamaa isaan woliin turan.


Simooniinillee, «Pheexroos» jedhee maqaa moggaase.


«Waan keessan maraafi hin dubbadhu, ani worra filadhe san hin beekaa, haata'uu ammoo kitaabni, ‹Ka harka kiyya irraa nyaate deebi'ee natti ka'e› dubbiin jedhu akka raawwattamuuf.


Isaanillee, Simoon ka inni Pheexroos jedhee maqaa itti baase, Indiriyaas obboleessa Pheexroosii, Yaaqoob, Yohaannis, Filiphoos, Bartalemewoos,


Woggaa sadihiin maayessa Keffaa gaafachu'uuf gara Yerusaalemii bayee, isa woliin guyyaa kudha shan ture.


Haata'uu ammoo Keefaan gara Antsokiya'aa hennaa dhufe, waan dogoggora isaatiif ani addaataa isa morme. Wonti inni hojjate waan isatti murteessuuf.


Yesuus, «Deemiitii, abbaa manaa kee waamii koottu» isi'iin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite