Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:41 - WAADAA LAMMATAA

41 Worra waan Yohaannis dubbate dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman lamaan keessaa tokko obboleessa Simoonii ka Pheexroos jedhame Indiriyaas ture.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

41 Indriyaas jalqaba gara obboleessa isaa gara Simoonii dhaqeeti, «Masihii arganneenii jirra!» jedheen. (Masihii jechuun Kristos jechu'u.)

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

41 Worra waan Yohaannis dubbate dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman lamaan keessaa tokko Indiriyaasii obboleessa Simoonii ka Pheexroos jedhame ture.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:41
21 Referans Kwoze  

Dubartittiin ammo, «Kiristoos ka jedhamu Masihiin akka dhufu hin beeka, inni yoo dhufe waan maraa nutti hima» jetteen.


Filiphoosillee akkuma Indiriyaasiitii fi akkuma Pheexroosii nama qachaa Beetasayida'aati.


Rabbi Yesuusii nama Naazireetii Ayyaana Woyyu'uu fi hunnaan isa muude. Yesuus waan mishaa godha'aa worra daabiloosii bitaman maraa fayyisa'aa olii gad deeme. Waan Rabbi isa woliin jiruuf.


Haannaan hennama san dhuftee Rabbiin galateeffattee, waan daa'imaa worra bilisa bayuu Yeruusaaleemii eeggatu marattuu dubbatte.


Tissoonni hennaa isa argan waan Maleekkaan Rabbii waan daa'ima kanaa isaanitti dubbate odeessan


Ilma kee woyyuu dibame Yesuusiin irratti Heroodisii fi Pheenxeenichi Philaaxoos banii Yihuudota hin taanee fi Isiraa'eliin woliin,


Isinillee nu woliin tokkummaa akka qabaattaniif ka argineef ka dhageenne isinitti himna, tokkummaan keenna Abba'aa fi Ilma isaa Yesuus Kirstoosiin woliin.


Wonti dubbatame sunillee, «Durbi duudaan hin ulfoofti; Ilmallee hin deetti; maqaan isaa, ‹Amaanu'eel› jedhamee waamama;» «Amaanu'eel» jechuun, «Rabbi nu woliin jira» jechu'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite