Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:40 - WAADAA LAMMATAA

40 Innillee, «Kootta'aa laalaa'a!» jedheen. Isaanillee dhaqanii hulee inni jiraatu argan. Guyyaa san isa woliin oolan. Hennaan sun gara sa'aatii kudhaniiti.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

40 Dubbii Yohaannis dubbate dhagayanii barattoota Yesusiin horddofaniin keessaa tokko, obboleessa Simoon Phexirosii Indriyaasiin ni ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

40 Inni, «Kootta'aa laalaa'a!» isaaniin jedhe. Isaan dhaqanii hulee inni jiraatu argan. Guyyaa san isa woliin oolan. Hennaan sun gara sa'aatii kudhaniiti.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:40
11 Referans Kwoze  

Maqaan ergamtoota kudha lamaan kanniinii ka duraa, Simoonii «Pheexroos» jedhamu fi obboleessa isaa Indiriyaas; ilmaan Zabdiwoosii, Yaaqoobii fi obboleessa isaa Yohaannis;


Hennaa seenan gara mana mana gubba'aa ol bayan. Pheexroos, Yohaannis, Yaaqoob, Indiriyaas, Filiphoos, Tomaas, Bertelomeewoos, Maatewoos, ilmi Ilfiyoosii Yaaqoob, ka hinaafaa jedhamu Simoonii fi Yihuudaa ilma Yaaqoobii fa'a.


Darasoota keessaa tokko obboleessi Simi'oon Pheexroos Indiriyaas,


Baniinillee dubbii Rabbii dhagayu'uuf wol dhiibaa uduu jiran inni qaccee galaana Geensaareexii dhaabatee ture.


Isaanillee, «Rabbii, eessa jiraattaa?» jedhaniin. Hiikkaanillee, «Barsiisaa'a» jechu'u.


Yesuusii fi darasoonni isaallee cidha sanitti waamamaniiran.


Kanaaf darasoonni, «Waan nyaatu namni woyii fideefii jiraatinnaa?» woliin jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite