Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:39 - WAADAA LAMMATAA

39 Isaanillee, «Rabbii, eessa jiraattaa?» jedhaniin. Hiikkaanillee, «Barsiisaa'a» jechu'u.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

39 Inni'llee, «Koota'aatii laalaa!» isaaniin jedhe. Kanaaf deemaniiti eessa akka jiraatu ni argan. Guyyaa sanitti isa woliin ni oolan, yero'oon'llee gara saa'aatii kudhanii ni ta'a ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

39 Isaanillee, «Rabbii! eessa jiraattaa?» jedhaniin. Hiikkaanillee, «Barsiisaa'a» jechu'u.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:39
11 Referans Kwoze  

Isaan, «Waan lafti galgalaayee dukkanaayeeruuf nu bira buli» jedhanii jabeessanii kadhataniin. Innillee isaan bira bulu'uuf seene.


Ka Aabba naa kennu maruu gara kiyya dhufa. Anillee gara kiyya ka dhufu maraa sirimaa gara diidaa hin baasu.


Namoonni Samaariya'aallee gara isaa hennaa dhufan, akka inni isaan woliin jiraatuuf kadhataniin. Innillee haga guyyaa lamaa achi oole.


Filiphoos Naatinaa'eeliin argee, «Ka Muuseen Kitaaba seeraa keessatti waan isaa barreessee fi ka raattonnillee waan isaa barreessan ilma Yooseefii Yesuusii nama Naazireetii arganneerra» jedheen.


Kunoo ani balbala dhaabadhee dhadhaya; eennullee laagaa kiyya dhagayee balbala ufii yoo naa bane seenee isa woliin hurbaata nyaadha. Innillee na woliin nyaata.


Yesuusillee ufirra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.


Innillee, «Kootta'aa laalaa'a!» jedheen. Isaanillee dhaqanii hulee inni jiraatu argan. Guyyaa san isa woliin oolan. Hennaan sun gara sa'aatii kudhaniiti.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite