Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:37 - WAADAA LAMMATAA

37 Darasoonni lamaan hennaa inni dubbatu dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

37 Barattoonni Yohaannisii lamaan Yohaannis kana yoo jedhu dhagayanii, Yesusiin ni horddofaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

37 Darasoonni lamaan hennaa inni dubbatu dhagayanii Yesuusiin faanaa deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:37
9 Referans Kwoze  

Eegasuu amantaan dhagayu'uun, dhagayuunillee dubbii Rabbiiti.


Indiriyaasillee Simooniin gara Yesuusii fide. Yesuus isa laalee, «Ati Simoonii ilma Yohaannisiiti; ammaa achi, ‹Keefaa› jedhamtee waamamta» jedheen; «Keefaa» jechuun afaan Giriikiitiin, «Pheexroos» jechu'u; Pheexroos jechuun, «Dhagaa qarsa'aa» jechu'u.


Ayyaanninii fi idaayyittiinillee «koottu!» jedhan. Ka dhagayullee «Koottu!» haa jedhuu ka dheebotellee haa dhufuu ka fedhe bisaan jireennaa akkanumaan haa fudhatuu.


Worra isa dhagayaniif badhaadha akka kennuuf akka ka dadhabe jajjabeessitan, dubbii mishaa dubadhaa malee hamaan afaan keessanii sirimaa hin bayin.


Yesuus achirra ka lufu argee, «Ila hoolaa Rabbii!» jedhe.


Yesuusillee ufirra midhatee hennaa isaan faanaa deeman argee, «Maal soxxan?» jedhee isaan gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite