Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:35 - WAADAA LAMMATAA

35 Ganamaan akkasuma Yohaannis darasoota isaa keessaa namoota lamaan woliin uduu dhaabatu,

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

35 Guyyaa itti aanutti'llee Yohaannis barattoota isaa lamaan woliin deebi'ee, achi dhaabatee jira ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

35 Ganamaan akkasuma Yohaannis darasoota ufii keessaa namoota lamaan woliin uduu dhaabatu,

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:35
5 Referans Kwoze  

Bariisaa san Yohaannis uduu Yesuus gara isaa dhufu argee akkana jedhe; «Kunoo! Hoolaan Rabbii ka cubbuu adunyaa irraa balleessu kana.


Indiriyaasillee Simooniin gara Yesuusii fide. Yesuus isa laalee, «Ati Simoonii ilma Yohaannisiiti; ammaa achi, ‹Keefaa› jedhamtee waamamta» jedheen; «Keefaa» jechuun afaan Giriikiitiin, «Pheexroos» jechu'u; Pheexroos jechuun, «Dhagaa qarsa'aa» jechu'u.


Guyyaa saddaffa'aatitti Galiilaa qachaa Qaana'aatitti cidhatu ture. Haati Yesuusiillee achi turte.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite