Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:32 - WAADAA LAMMATAA

32 Yohaannisillee akkana jedhee ragaa baye, «Ayyaanni Woyyuun samii irraa akka handari'iititti hennaa bu'ee isarra taa'u arge» Ayyaannillee isarra taa'e. Anuu isa hin beenne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

32 Itti aanssee'llee Yohaannis akkana jechu'uun ragaa ni baye, «Hafuurri Qulqulluun akka handari'ii titti sami'ii yoo bu'uu fi isa irra yoo taa'u ni arge,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

32 Yohaannis akkana jedhee ragaa baye, «Ayyaanni Woyyuun samii irraa akka handari'iititti hennaa bu'ee isa irra taa'u arge» Ayyaannillee isa irra taa'e. Anuu isa hin beenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:32
7 Referans Kwoze  

Ayyaanni Woyyuunillee akka haala nafaatiin handarii fakkaatee isa irratti bu'e. Ilmi kiyya ka ani jaaladhu si'i, ani si'iin gammada laagaan jedhu samii irraa dhufe.


Akkuma Inni bisaan keessaa bayeen samiin banamtee, Ayyaanni handarii fakkaatee yoo irratti bu'u arge.


Yesuus cuuphamee bisaan keessaa akkuma bayeen, Yoosuu samiin banamee Ayyaanni Rabbii akka handari'ii hennaa isa irratti bu'u arge.


Martinuu karaa isaatiin akka amananiif; waan ifaa ragu'uuf dhufe.


Ka waan kiyya ragu ka biraati, ragaan inni waan kiyya ragu akka dhugaa ta'e hin beeka.


Anillee isa hin beeku, Sababaan ani bisaaniin cuupha'aa dhufeef ammoo, akka inni saba Isiraa'eliititti mudhatuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite