Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:30 - WAADAA LAMMATAA

30 ‹Inni na maayessaan dhufu, anaan dura ture, na caalaa kabajjama'a› jedhee ka ani waan isaa isinitti hime sun kana.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

30 ‹ka ana duubaan dhufe sun anaan duranatti waan tureef, ana haalaan ni caala› ka isiniin jedhe kana.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

30 ‹Ka ana maayessaan dhufu anaan dura ture; na caalaa kabajjama'a› jedhee ka ani waan isaa isinitti hime sun kana.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:30
6 Referans Kwoze  

Ka na maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe.


Yohaannis waan isaa ragee laagaa isaa ol fudhatee akkana jedhe. Kana maayessaan dhufu inni waan na dura tureef. Inni na caalaa kabajjamaa ta'eera. Wonti isaa ka ani jedhellee kana.


Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha. Haata'uu ammoo ka ani miseensa kophee isaa hiikuun naaf hin malle ka na caalu hin dhufa. Inni ayyaana woyyu'uuf ibiddaan isin cuupha.


Akka isin cubbuu irraa deebitan mudhisu'uuf ani bisaaniin isin cuupha, ka na maayessa dhufa'aaru ammoo Ayyaana Woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddisee na caala; ani kophee isaatuu harkaan qabu'uuf nama male miti.


Anillee isa hin beeku, Sababaan ani bisaaniin cuupha'aa dhufeef ammoo, akka inni saba Isiraa'eliititti mudhatuuf.


Namoonni hedduu gara isaa dhufanii, «Yohaannisi malkata tokkollee hin goone, haata'uu ammoo Yohaannis waan nama kanaa wonti dubbate maruu dhuga'a» jedhan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite