Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:28 - WAADAA LAMMATAA

28 Wonti kun Yoordaanoosiin gama hulee Yohaannis itti cuupha'aa ture Biitaaniyaa Beta Raaba'aatti ta'e.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

28 Kun'llee ka ta'e Yohaannis itti ni cuupha bakka ture laga Yoordaanosiitiin gamatti ka argamu, magaalaa Bitaaniya'aa titti.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

28 Wonti kun Yoordaanosiin gama hulee Yohaannis itti cuupha'aa ture Biitaaniyaa Beeta Raaba'aatti ta'e.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:28
6 Referans Kwoze  

Gara hulee Yohaannis duratti cuupha'aa ture Yoordaanosiin gamaa deebi'ee deemee achi bubbule.


Yohaannisillee akkasuma naannoo Saaleemii bakka heenoon jedhamtuutitti bisaan guddaan waan jiruuf achitti cuupha'aa ture. Namoonnillee achi dhaqanii cuuphaman.


Isaanillee gara Yohaannisii dhufanii, «Barsiisaa'a, namichi Yoordaanosiin gamatti si woliin jiru, ka ati waan isaa ragaa baateef sun cuupha'aa waan jiruuf, namni maruu gara isaa dhaqa'aara!» jedhanii itti himan.


«Urgoon kun birrii dhibba Sadihiitti gurguramee, maaf hiyyeeyyi'ii hin kennamee?» jedhe.


Indiriyaasillee Simooniin gara Yesuusii fide. Yesuus isa laalee, «Ati Simoonii ilma Yohaannisiiti; ammaa achi, ‹Keefaa› jedhamtee waamamta» jedheen; «Keefaa» jechuun afaan Giriikiitiin, «Pheexroos» jechu'u; Pheexroos jechuun, «Dhagaa qarsa'aa» jechu'u.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite