Wongeela Yohaannis 1:27 - WAADAA LAMMATAA27 Ka na maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe. Gade chapit laWaadaa Haarawa27 Inni'llee ana duubaan ka dhufu, ani hidhaanuma kophee isaatuu hiiku'uuf'llee ka gayee miti.» Gade chapit laKitaaba Woyyuu27 Ka ana maayessa dhufu ka ani miseensa kophee isaatuu hiikuun naaf hin malle kabajjamaan kana» isaaniin jedhe. Gade chapit la |