Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Yohaannisillee deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha, haata'uu ammoo ka isin isa hin beenne isin jidduu dhaabateera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Yohaannis'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ain ka cuuphamu bishaaniin, garuu ka isin hin beekinneen jidduu keessan dhaabatee jira.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha; haa ta'uu ammo ka isin isa hin beenne isin jidduu dhaabateera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:26
14 Referans Kwoze  

«Yohaannis waan bisaaniin cuupheef, isin ammoo guyyaa diqqo'oon maayii Ayyaana Woyyu'uun cuuphamtan» jedhe.


Yohaannis deebisee, «Ani bisaaniin isin cuupha. Haata'uu ammoo ka ani miseensa kophee isaa hiikuun naaf hin malle ka na caalu hin dhufa. Inni ayyaana woyyu'uuf ibiddaan isin cuupha.


Ani bisaaniin isin cuupha. Inni ammoo Ayyaana Woyyu'uun isin cuupha jedha'aa lallabe.


Akka isin cubbuu irraa deebitan mudhisu'uuf ani bisaaniin isin cuupha, ka na maayessa dhufa'aaru ammoo Ayyaana Woyyu'uu fi ibiddaan isin cuupha. Inni guddisee na caala; ani kophee isaatuu harkaan qabu'uuf nama male miti.


Eegasuu, «Abbaan kee eessa jira?» jedhaniin. Yesuusillee deebisee, «Anallee yookiin Abbaa kiyyallee hin beettan, ana uduu beettanii Abbaa kiyyallee silaa hin beettan» isaaniin jedhe.


Ijoollee Rabii jedhamnnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a, kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu.


‹Yohaannis bisaaniin cuuphe, isin ammoo Ayyaana Woyyu'uun cuuphamtan› ka jedhu dubbii Goofta'aa qaabadhe.


Abbaa qajeelaa, adunyaan si hin beenne, ani ammoo si beeka. Kunniinillee akka ati na ergite hin beekan.


Akka ati Waaqa dhuga'aa taatee fi Yesuus Kiristoosiinillee akka ergite akka beekaniif tun jireenna bara baraa ti.


Kanallee wonti isin irratti godhaniif, Aabbaa fi anallee waan hin beenneef.


Cubbuu ufiillee himata'aa laga Yoordaanoosii keessatti harka Yohaannisiititti cuuphaman.


Phaawuloosillee, «Yohaannis Yesuus Kiristoosii isaan maayessa dhufutti akka amanan, bani'itti hima'aa, cuuphaa aagi'ii cuuphe» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite