Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:24 - WAADAA LAMMATAA

24-25 Worri ergamanillee Fariisota waan turaniif; Eegasuu, «Ati Kiristoosiin yookiin Eeliyaasiin yookiin raaga yoo hin taanee maaliif cuuphxa ree?» Jedhanii gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Namoonni'llee ka ergaman Farsootaa biraayyi ture,

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24-25 Worri ergaman waan Fariisota turaniif; «Eegasuu ati Kiristoosiin, yookaan Eeliyaasiin, yookaan raaga yoo hin taanee maaf cuuphxa ree?» Jedhanii gaafataniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:24
13 Referans Kwoze  

Hennaa inni waan kana isaanitti dubbate, barsiisonni seera Muuse'eetiif Fariisonni waan inni dubbateen isa qabu'uuf yaadanii guddisanii morma'aa waan hedduu akka inni dubbatu tuttuqu'uunii jalqaban.


Fariisonni worri birrii jaalatan waan kana maraa dhagayanii itti baldan.


Fariisoninii fi barsiisonni Seera Muuse'ee ammoo isaan waan hin cuuphamneef seera Rabbii fudhachuu didan.


Isaan naaf ragaa bayuu yoo barbaadan, akka worra jabeessanii amantii cimsanii, maraa caalaa seera eegu'uun worra jabaate keessaa nama gosa Faarisii ta'ee akka jiraadhe duri irraa jalqabanii na beekan.


Saduqoon, «Du'aa ka'iitiin, maleekkonni yookiin ayyaanillee hin jiru worra jedhan waan ta'aniif, Fariisonni ammoo lamaanuu hin amanan.»


Ati Fariisicha ballaa'a! gubbaan isaa akka bareedu, dura dursiitii keessa qori'iitii fi sabaree qoraasi.


Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee, lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite