Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee, lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Inni'llee, «Akkuma nabiyyichi Isaayaas dubbatetti, ani ‹karaa Goofta'aa qajeelchaa!› jedha'aa, gammoojji'itti qoonqqa nama iyyuuti» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:23
9 Referans Kwoze  

Lafa udume'ee keessatti, ‹Karaa Goofta'aallee qopheessaa'a. Daandii inni irra deemullee qajeelchaa jedha'aa laagaa namicha iyyu tokkoo› » jedhamee akkuma barreeffame.


Raatticha Isaayyaasiin, «Namni tokko lafa gammoojjii keessaa iyya'aa, ‹Karaa Goofta'aa qopheessaa'a›; daandii inni irra deemu qajeelchaa'a!» Hennaa jedhu inni waan Yohaannisii dubbate.


‹Ani Kiristoosii miti; haata'uu ammoo isaan dura ergameera› akka ani jedhe isinuu ragaa naa baatan.


Eeganaa ati eennu ree? Worra nu erganiin waan kee maal jennaa? jedhaniin.


Worri ergamanillee Fariisota waan turaniif; Eegasuu, «Ati Kiristoosiin yookiin Eeliyaasiin yookiin raaga yoo hin taanee maaliif cuuphxa ree?» Jedhanii gaafataniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite