Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Eeganaa ati eennu ree? Worra nu erganiin waan kee maal jennaa? jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Isaan'llee, «Eegaa ati eennu? Namoota nu erganitti deebii akka himnnu waayee mataa keetiitiif maal jetta?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Isaan,« Eeganaa ati eennu ree? Worra nu erganiin waan kee maal jenna?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:22
3 Referans Kwoze  

Eegasuu ati eennu ree? Ati Eeliyaasii? jedhanii gaafatan, «Waa ani isaa miti» jedhee deebise. «Ati Raattichaa ree?» Jedhanii gaafatan. Inni ammoo, «Waa ani isaa miti» jedhee deebise.


Yohaannisillee deebisee, «Akka raattichi Isaayyaas jedhetti, ‹Karaa Goofta'aa qajeelchaa'a› jedhee, lafa udume'ee keessatti laagaan nama iyyuu sun na'a» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite