Wongeela Yohaannis 1:19 - WAADAA LAMMATAA19 Yihuudonnillee ati eennuu? Jedhanii gaafachu'uuf Yeruusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana. Gade chapit laWaadaa Haarawa19 Namoonni aangoo qaban ka worra Yihudotaa, Yerusaalemii qeesotaatii fi Leewota'llee gara Yohaannisii erganii, «Ati eennuu?» jedhanii yeroo isa gaafachiisanitti, ragummaan inni kenne akka itti aanee jiru, Gade chapit laKitaaba Woyyuu19 Yihuudonni, «Ati eennuu?» Jedhanii gaafachu'uuf Yerusaalemii gadootaa fi Leewwota hennaa itti ergan ragaan Yohaannisii kana. Gade chapit la |