Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:11 - WAADAA LAMMATAA

11 Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammoo isa hin simanne.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

11 Gara worra isaa ni dhufe, worri isaa garuu ufitti isa hin fudhanne.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

11 Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammo isa hin simanne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:11
17 Referans Kwoze  

Worri biyyaa ammoo waan isa jibbaniif, ‹Kun akka nurratti mooyu hin jaalannu› jedhanii worra dhaamsa isatti himu isa faanaa ergan.


Inni waan argeef waan dhagaye ragaa baya; ka ragaa isaa dhagayu ammoo hin jiru.


Yesuus deebisee, «Ani banii Isiraa'eelii ta akka hoolotaa baddeef malee ta biraatiif hin ergamne» jedhe.


Dubbii abdi'ii ka abboota keenna ittiin jabeessu'uuf kenne, akkasuma «Kanaaf worra Yihuudi hin taane jiddu'utti si galateeffadha. Maqaa keetiifillee hin faarfadha» jedhamee akkuma barreeffame, worri Yihuudi hin taane waan araara isaatiif Rabbiin akka kabajjan, Kiristoos waan dhugaa Rabbiitiif tajaajilaa gadoomu'uu ta'e jedha.


Phaawuloosii fi Baarnaabaas, «Firrisa dubbii Rabbii ifa baafnee isinitti himuu barbaachisa; Yoo dhiibdan, dubbiin jireenna bara baraa akka isiniif hin taane yoo gootanii fi yoo ufitti murteessitan, nu ammoo gara worra Yihuudota hin taanee deebina.


Abboonnillee ka isaanii waan ta'eef isaan keessaa Kiristoos fooniin dhalate, Inni waa maraa ol ta'ee, bara baraan Waaqa eebbifama'a! Amiin.


Haata'uu ammoo, barri murtayee sun hennaa gaye, Rabbi ilma ufii ka dubartii irraa dhalate, ka Seeraa gad ta'e erge.


«Isin obboleeyyan teenna, fiixaa ijoollee Abrahaamiitii fi isin keessaa worra Rabbiin sodaatan, dubbiin fayyiinsaa kun isinii ergame.


Gadda gudda'aa fi dhiphachuu addaan hin cinnetu garaa kiyya keessa jira yoo jedhu, Kiristoosiin keessa ta'ee dhugaa dubbadha.


Inni adunyaa tana irra ture; adunyaanillee isaan ta'e; adunyaan ammoo isa hin beennee.


Worra isa simatan maraafuu ammoo maqaa isaatitti waan amananiif isaan ijoollee Rabbii akka ta'an baallii isaanii kenne.


Asiin maayii darasichaan, «Haati tee kunooti» jedheen. Achiin maayessa sa'aatii san irraa jalqabee darasichi gara mana ufii galeen.


Nagaya wolitti dhaamannee markaba keessa seenne. Isaanillee gara mana ufii deebi'an.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite