Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Yohaannis 1:10 - WAADAA LAMMATAA

10 Inni adunyaa tana irra ture; adunyaanillee isaan ta'e; adunyaan ammoo isa hin beennee.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

10 Inni'llee biyya lafaa keessa ni ture, biyyi lafaa'llee ka uumame isaan, biyyi lafaa garuu isa hin beekinneen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

10 Inni adunyaa tana irra ture; adunyaanillee isaan ta'e; adunyaan ammo isa hin beenne.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Yohaannis 1:10
23 Referans Kwoze  

Abbaa qajeelaa, adunyaan si hin beenne, ani ammoo si beeka. Kunniinillee akka ati na ergite hin beekan.


Ijoollee Rabii jedhamnnee akka waamamnu, Aabba jaalala guddaa attamiitiin akka nu jaalate laalaa'a, kanaaf nullee ijoollee isaati. Adunyaan isa waan hin beenneef nu hin beettu.


Bulchoota biyya kanaa keessaa tokkollee ogummaa kana hin beenne. Uduu beekanii, Gooftaa ulfinnaa silaa hin fannisan.


Sababaa ogummaa Rabbiitiin adunyaan Rabbiin ogummaa ufiitiin waan hin beenneef lallaba gowwuma'aatitti worra amanan fayyisu'uuf fedhii Rabbii ta'eera.


Wonti martinuu Abbaa kiyya irraa naa kennameera. Abbaa malee ka Ilma beeku hin jiru. Akkasuma Ilma isaatii fi worra Ilmi isaa itti mudhisutu Abbaa beeka malee, eennullee ka Abbaa beeku hin jiru.


Akkuma adunyaan dubbii Rabbiitiin uumame, wonti mudhatu, waan mudhatu irraa akka hin taane amanta'aan hubanna.


Yoomillee yoo ta'e ka Rabbiin arge tokkollee hin jiru. Ilma isaa tokkicha Abbaa bira jirutu kana ibse.


Ifnillee dukkana keessatti ifa. Dukkantillee isa hin injifanne.


Hujii mishaa hojjata'aa samii irraa Roobni roobee ji'a daraaraan daraaru nuu kennee, garaa keenna nyaataa fi gammachu'uun guute; kanniin maraan akka Rabbiin ta'e mudhise.»


Yesuus ammoo, «Abbaan kiyya haga adhaa hin hojjata; anillee akkasuma hin hojjadha» isaaniin jedhe.


Wonti martinuu isaan ta'e, waan ta'e keessaa tokkichillee isaan malee ka ta'e hin jiru.


Innillee gara worra isaa dhufe; worri isaa ammoo isa hin simanne.


Nuuf wonti martinuu isa irraa nuu ta'e, nullee ka isaa ka taane Waaqa kaddaamamaa Aabbaa tokkicha qabna. Wonti maruu karaa isaatiin ta'e, nullee worri ka isaa taane Gooftaa tokkicha Yesuus Kiristoosiin qabna.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite