Wongeela Maatewos 9:36 - WAADAA LAMMATAA36 Inni akka hoolota tissee hin qabnee banii rakkatee fi gargaarsa hin qabne hennaa arge isaanii nayee, Gade chapit laWaadaa Haarawa36 Ummanni garuu akka hoolota tissee hin qabnnee titti sarddamaniitii fi bitaa isaanitti ta'ee yeroo isaan argetti, isaanii ni gadde. Gade chapit laKitaaba Woyyuu36 Inni banii akka hoolota tissee hin qabnee rakkatee fi gargaarsa hin qabne hennaa arge isaanii naye. Gade chapit la |