Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Fariisoonni ammoo, «Inni hunna mootii jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Fariisoonni garuu, «Inni jinniiwwan ka baasu, karaa itti gaafatamaa jinnooiiwwaniitiin» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Fariisonni ammo, «Inni hunna mootii jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:34
9 Referans Kwoze  

Haata'uu ammoo isaan keessaa namoonni gari gariin, «Inni hunna Bi'elzeebulii bulchaa jinni'iitiin jinnii baasa» jedhan.


Barsiisonni Seera Muuse'ee worri Yeruusaaleemii dhufan ammoo, «Bi'el Zebul isa keessa jira! Inni hunna mootii jinnootaatiin jinnii baasa» Yesuusiin jedhan.


Namni hamaa hojjatu maruu ifa jibba. Hujiin isaa akka jalaa ifa hin baaneef gara ifaa hin dhufu.


Barataan akka barsiisa'aa, hojjataanillee akka hojjachiisaa ufii haa ta'uu. Eega abbaa manaatiin Bi'elizebul jedhan, maatii isaatiin ammoo attamitti kana caalaa hin jenneeniree!


Yohaannis uduu hin nyaanneef hin dhunne dhufe. Isaan ammoo, ‹Inni jinnii qaba› jedhan.


Achiin maayessa namicha balla'aa fi ka afaan duuda'aa, ka jinniin dhayeeru tokko gara Yesuusii fidan. Innillee namicha san hin fayyise, namichillee argu'uuf dubbatuu danda'e.


Eegasuu yoo ani hunna Bi'eelzeebuuliitiin jinniiwwan baase, ijoolleen teessan hunna eennuutiin jinniiwwan baasan? Kanaaf ijoollema teessantu isinitti murteessa.


Baniin deebisee, «Jinnii qabda! Eentu si ajjeesuu barbaada?» jedhaniin.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite