Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'ee gariin, «Namichi kun Rabbiin arrabsa» jedhanii garaa ufii keessatti yaadan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yeroo kanatti barsiisonni seeraa tokko tokkoon isaan, «Naminni kun Waaqa irratti dubbii arrabaa ni dubbata!» jedha'aa, onnee isaanii titti ni yaadan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Achiin maayessa barsiisonni Seera Muuse'ee gariin, «Namichi kun Rabbiin arrabsa» jedhanii garaa ufii keessatti yaadan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:3
13 Referans Kwoze  

Hennaa san bulchaan gadootaa uffata ufii biinxee, «Kunoo Inni Rabbiin arrabseera! Eegasuu ammaa achi ragaa biraa maaf barbaanna?


Barsiisonni Seera Muuse'ee tii fi Fariisonni, «Ka Rabbiin arabsu kun eennu inni? Rabbii tokkicha malee eennutu cubbuu namaaf dhiisuu danda'a?» jedha'aa yaada'aa turan.


Rabbiin arrabsuu isaa isinuu dhageettaniirtanii, murtiin teessan maali'i ree?» jedhe. Isaan maruu afaan tokko ta'anii, haa ajjeefamuu jedhanii itti muran.


Wonti garaa namaa keessaa bawu: Yaada hamaa, seebaruu, hanna, ajjeesuu,


Inni akka barsiisota seera Muuse'eetitti uduu hin ta'in, akka nama baallii qabuutitti waan isaan barsiiseef.


«Ani dhuga'aan isiniin jedha, cubbuun marti, nama arrabsuunillee dhiifamsa qaba.


Nama Ayyaana Woyyuu arrabsu kamiifuu ammoo, gatii cubbuu bara baraa itti ta'a malee, sirima dhiifamsa hin argatu»


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite