Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:25 - WAADAA LAMMATAA

25 Haga gumii mana keessaa baaseen maayessa gara hulee mucattiin jirtuu seenee harka isi'ii qabe, isiinillee ol kaatee dhaabatte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

25 Namoonni'llee eega bayaniin duubatti, Yesus gara kutaa mucattiin itti argamittuu aseenee harka isi'ii ni qabeen, isiin'llee ni kaate.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

25 Haga gumii mana keessaa baaseen maayessa gara hulee mucattiin jirtuu seenee harka isi'ii qabe; isiin ol kaatee dhaabatte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:25
7 Referans Kwoze  

Yesuus ammoo mucaa harka qabee lafaa ol kaase, mucaanillee ol ka'ee dhaabate.


Inni ammoo harka isi'ii qabee, «Mucattii ka'i» jedhee guddisee dubbate.


Harka mucati'iillee qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen. Hiikkaanillee, «Mucattii diqqoo'o! Ol ka'i!» jechu'u.


Itti dhiyaatee harka isi'ii qabee ol kaaseen, haxaxxeenillee bakkumatti dhiiseen. Ol kaateellee isaan keessummeessite.


Yesuus namicha ballaa san harkaan qabee ganda san keessaa baasee, ija isaatitti tufee, harka ufii irra kaayee, «Waa arga'aartaa?» jedhee gaafate.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite