Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:24 - WAADAA LAMMATAA

24 «Asii gad-bayaa'a! Mucattiin hin rafteerti malee, hin duune» isaaniin jedhe. Isaan guddisanii itti kolfan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Inni'llee, «Isin marri keessanuu asii baayaa! Mucattiin mugiddee jirtti malee hin duune!» isaaniin jedhe. Isaan garuu balddu'uun itti ni kolffan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 «Asii achi gad bayaa'a! Mucattiin hin rafteerti malee hin duune» isaaniin jedhe; isaan guddisanii itti kolfan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:24
12 Referans Kwoze  

Phaawuloosillee gad bu'ee irratti kufee ammateenii «Lubbu'uun jiraa hin wocinaa'a» isaaniin jedhe.


Pheexroosillee isaan maraa gara diidaa baasee, jilbiinfatee Rabbiin kadhata'aa gara reeffaa laalee, «Xabbitaa, ka'i!» jedheen. Isiinillee ija ufii banattee hennaa Pheexroosiin argite ol kaatee teette.


Yesuusillee dhagayee, «Dhibeen kun akka Ilmi Rabbii ittiin ulfaatuuf, ulfinna Rabbiitiif malee ka ajjeesuu miti» jedhe.


Isaan ammoo itti kolfan. Achiin maayii inni isaan maraa manaa baasee, abba'aa fi haadha mucatti'ii, darasoota isa woliin jiranillee qabatee gara gola reeffi mucatti'ii jiru san seene.


Akka duute beekanii guddisanii itti kolfan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite