Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:22 - WAADAA LAMMATAA

22 Yesuus garagalee isii argee, «Intala tiyya, jabaadhu! amantaan kee si fayyiseera» jedheen; dubartittiinillee yeroma san irraa jalqabdee fayyite.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

22 Yesus'llee ufi irra garagalee laaleeniiti, «Jabaadhu yaa intala tiyya! Amantiin kee si fayyisee jira» jedheen. Dubarttiin'llee bakkumatti ni fayyite.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

22 Yesuus uf irra gara galee isii argee, «Intala tiyya jabaadhu! amantiin kee si fayyiseeraa» jedheen; dubartittiinillee yeroma san irraa jalqabdee fayyite.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:22
15 Referans Kwoze  

Yesuusillee dubartii saniin amantiin kee si fayyiseeraa, nagayaan gali» isi'iin jedhe.


Achiin maayessa Yesuus deebisee, «Dubartii nana, amantaan kankee gudda'a! Akkuma hawwii keetii siif haata'u» jedheen. Mucattiinillee yoma san fayyite.


Jarri tokko achitti namicha nafti isaa laamshayee itillee irra ciiseeru tokko gara isaa fidan. Yesuus hennaa amantaa isaanii arge, namicha laamshayaa saniin, «Ilma kiyya, jabaadhu! Cubbuun kee sii dhiifameeraa» jedheen.


Yesuus deebisee, «Argi! amantaan kee si fayyiseera» jedheen.


Innillee isaan, «Amantaan kee si fayyiseera; ka'ii deemi» jedheen.


Innillee mucattii tiyya amantaan kee si fayyiseeraa nagayaan deem isi'iin jedhe.


Yesuusillee isaan, «Amantiin kee si fayyiseera deemi!» jedhe. Yoosuu ijaan argee isa faanaa deeme.


Innillee, «Intala tiyya, amantaan kee si fayyiseera; nagayaan deem; dhibee kee irraallee fayyi» isi'iin jedhe.


Achiin maayessa Yesuus, «Akka amantaa keessanii isinii haa ta'u jedhee ija isaanii qaqqabe.


Waan kana guyyaa heddu goote. Phaawuloos ammoo rakkateeti uf duuba midhatee ayyaanni hamaan isii keessaa akka bayu, «Maqaa Yesuus Kiristoosiitiin si ajaja» jedhe; Yoma san isii keessaa baye.


Abbaanillee, Yesuus, «Mucaan kee fayyeera» hennaan jedheen sa'aatii san akka ta'e qaabate. Kanaafuu innillee maatii ufii maraa woliin amane.


Isaanittillee akkuma himame oduun gammachu'uu nuttillee himameera. Haata'uu ammoo dubbiin dhagayan worri dhagayan sun amanta'aan waan isaan keessatti hin qabamneef womaa isaanii hin goone.


Namni kunillee Phaawuloos hennaa dubbatu caqasa'aa ture. Innillee fayyu'uuf akka inni amantaa qabu hennaa arge,


Yesuus jinnii san teedeffatee, jinniinillee mucaa keessaa baase; mucaanillee hennama san irraa jalqabee fayye.


Achiin maayessa Yesuus ajajjaa dhibbaatiin, «Deemi; akkuma amantaa keetii sii haata'u» jedhe. Tajaajilaan ajajaa dhibbaallee yoma san fayye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite