Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:21 - WAADAA LAMMATAA

21 Isiin garaa ufii keessatti, «Yoma uffata isaa callaa tuqee, ani hin fayya» jettee yaadde.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

21 Kana'llee ka raawwatteef, «Uffatuma isaatuu uduu tuqee ni fayya» jettee, onnee isi'ii titti yaaddee waan turtteef.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

21 Isiin garaa ufii keessatti, «Yoma uffata isaa tuqe, ani hin fayya» jettee yaadde.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:21
6 Referans Kwoze  

Kanaafuu uffata isaa fuudhanii gara worra dhibamanii fidanii, worra dhibamaniin hennaa tuqan, isaanillee hin fayyan; ayyanni hamaanillee isaan keessaa baye.


Qaccema uffata isaa callaa tuqanii fayyu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqe maruu hin fayye.


Namoota heddu waan fayyiseef, worri rakkoo qaban martinuu harkaan isa qabu'uuf gara isaa wol dhidhiiban.


Hunni isa keessaa baye maraa fayyisa'aa waan tureef, baniin sun maruu isa tuqu'uuf fedha'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite