Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:19 - WAADAA LAMMATAA

19 Yesuus ka'ee darasoota ufii woliin isa faanaa deeme.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

19 Yesus'llee ka'eeti namicha horddofee ni deeme, barattoonni isaa'llee isa woliin ni deeman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

19 Kanaaf Yesuus ka'ee darasoota ufii woliin isa faanaa deeme.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:19
6 Referans Kwoze  

Rabbi Yesuusii nama Naazireetii Ayyaana Woyyu'uu fi hunnaan isa muude. Yesuus waan mishaa godha'aa worra daabiloosii bitaman maraa fayyisa'aa olii gad deeme. Waan Rabbi isa woliin jiruuf.


Yesuusillee akkana isaaniin jedhe, «Nyaanni kiyya, fedha ka na ergee raawwachu'uu fi hojii isaa fixu'u.


Yesuus, «Ani dhufee isa fayyisa» jedhe.


Yesuus uduu kana isaanitti hima'aaru bulchaan Mana sagada Yihuudotaa gara isaa dhufee, isa afo'otti jilbiiffatee, «Mucattiin tiyya amma na jalaa duute; ati ammoo koottuutii harka kee isii irra kaayi; lubbuun isi'iillee itti deebitii» jedhe.


Dubartiin woggaa kudha lamaaf dhiinni isi'ii dhaabatuu didee rakkata'aa turte takka isa duubaan dhuftee handaara uffata Yesuusii tuxxe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite