Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Akkasuma daadhii woyni'ii ta hin bayiin qalqala moofa'atti eennullee hin naqu; Yoo naqame ammoo, qalqalli sun hin dhooya, daadhiin woyini'iillee hin jiga, qalqallillee hin bada; haata'uu ammoo daadhiin hin baane qalqala haarawatti naqama; yoo san daadhiinii fi qalqallillee hin badu.»

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Akkuma kana qalqala bishaanii ka moofetti daadhii woyinni'ii haarawa ka kaayu eennu'llee hin jiru, yoo raawwatame garuu qalqalli ni dhooya, daadhiin woyinni'llee ni jiga, qalqalli'llee miidhamee faayida'aan ala ni ta'a. Daadhii woyinni'ii haarawa garuu qalqala haarawatti kaayuun ni mala, bifa kanaan'llee lamaanuu haalaan eegamanii ni jiraatan.»

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Akkasuma daadhii woyini'ii ta hin bayin qalqala moofa'atti eennullee hin naqu; Yoo naqame ammo qalqalli sun hin dhooya; daadhiin woyini'iillee hin jiga; qalqallillee hin bada; daadhiin hin baane ammo qalqala haarawatti naqama; yoo san daadhiinii fi qalqallillee hin badu.»

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:17
8 Referans Kwoze  

«Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa, tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.


Yesuus uduu kana isaanitti hima'aaru bulchaan Mana sagada Yihuudotaa gara isaa dhufee, isa afo'otti jilbiiffatee, «Mucattiin tiyya amma na jalaa duute; ati ammoo koottuutii harka kee isii irra kaayi; lubbuun isi'iillee itti deebitii» jedhe.


Qalqala moofa'atti daadhii woyini'ii haarawa ka naqu hin jiru; yoo naqe ammoo daadhiin woyini'ii qalqala san hin dhoosa; daadhiinillee jigee bada; qalqallillee hin dhooya. Daadhiin woyini'ii haarofni ammoo qalqala haarawatti naqama» jedhe.


Qalqala moofa'atti daadhii woyinii haarawa ka kaayu hin jiru; yoo kaaye ammoo daadhiin woyinii haarofni qalqala dhoosa innillee hin jiga qalqallillee hin bada.


Daadhiin woyini'ii haarawa ammoo qalqala haarawa keessa kaayama; lachuu wal qabatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite