Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:16 - WAADAA LAMMATAA

16 «Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa, tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

16 «Uffata moofe irratti subbee haarawa ka erbbu eennu'llee hin jiru, yoo erbbame garuu subbeen haarofnni uffata moofaa muree, qaawwa isaa caala'atti ni baldhisa.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

16 «Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa; tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:16
11 Referans Kwoze  

«Waan isinitti himu ammallee waan heddu qaba. Haata'uu ammoo mara isaa qaabachuu hin dandeettan.


Yoo akkana ta'e amantiin, abdiiniif jaalalti kunniin sadiin jabaatanii jiraatan, kanniin maraa ka caalu jaalala.


Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.


Akkasuma daadhii woyni'ii ta hin bayiin qalqala moofa'atti eennullee hin naqu; Yoo naqame ammoo, qalqalli sun hin dhooya, daadhiin woyini'iillee hin jiga, qalqallillee hin bada; haata'uu ammoo daadhiin hin baane qalqala haarawatti naqama; yoo san daadhiinii fi qalqallillee hin badu.»


Namni uffata moofaa irratti uffata haarawa kutee dhaabee hodhu hin jiru; yoo itti dhaabee hodhe ammo uffanni haarofni sun uffata moofaa hin kukkuta; tarsa'iinsi isaallee ka qaraa caala.


Tajaajilli gargaarsaa kun woyyoota jalaa waan hanqatu marumaa ka guutu callaa uduu hin taane, Rabbiifillee galata guddaa akka dhiyeessan godha.


Innillee akkana jedhee mammaakaan isaanitti hime. «Namni xaaqaa haarawa uffata moofaa irratti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabee hodhe ammoo haarawa tarsaasa; xaaqaan haarofni ammoo moofa'aaf hin tolu.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite