Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Inni'llee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Ka fuudhu isaan woliin yoo jirutti, jaalonni gadduun isaan irraa ni malaa ree? garuu yeroon ka fuudhu isaan biraa itti fudhatamu ni dhufa, yeroo sanitti ni sooman.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Inni akkana jedhee isaanii deebise, «Worri jaalaa uduu idaayyaan isaan woliin jiru hin gaddanii? Haa ta'uu ammo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:15
22 Referans Kwoze  

Innillee, « ‹Worri hurbaataa cidha Hoolaa Rabbii irratti waamame eebbifamtoota› jedhii barreessi» naan jedhe. Akkasuma, «Kun dubbii Rabbii ka dhuga'aati» naan jedhe.


Ka idaayyittiin jette inni Idaayya'a. Jaalli dhaabatee dhagayu ammoo laagaa Idaayyichaatitti guddisee gammada. Eeganaa gammachuun kiyya raawwatame.


Qachaatiin woyyittiin haarofti Yeruusaalem akka idaayyaa abbaa manaatiif qandhaftee qophooftee Rabbiin biraa hennaa sami'ii buutu arge.


Woldaa kiristaanaatitti manguddoota haga muudaniin maayessa soomanii haga faateffatan Gooftaa itti amananitti yaboo isaan kennan.


Faate'een jabaatu'uuf jettanii, woliigaltanii haga henna'aatiif yoo ta'e malee, wol hin dhoggatinaa'a. Uf qabuu dadhabdanii seexxani akka isin hin qorre woliin jiraadhaa'a.


Haata'uu ammoo kana waan isinitti himeef gaddi garaa keessan keessa guuteera.


Dadhabbi'ii fi xaariin hennaa hedduu hirriba dhabu'uun, beelaa fi dheebu'uun hennaa hedduu soomu'uun qorra keessa qullaa ture.


Gaaf tokko darasoonni Yohaannisii gara Yesuusii dhufanii, «Nu'uu fi Fariisonni hennaa hedduu hin soomna. Darasoonni tee ammoo maali'iif hin soomne?» jedhaniin.


«Eennullee ka uffata haarawa uffata moofa'atti dhaabee hodhu hin jiru. Yoo itti dhaabamee hodhame uffanni haarofni uffata moofaa hin tarsaasa, tarsa'iinsi isaallee ka duraa caala.


Yesuusillee deebisee, «Idaayyichi isaan woliin uduu jiru worri jaalaa soomuu hin danda'aniiree? Idaayyichi uduu isaan woliin jiru jaaloonni soomuu hin danda'an.


Haata'uu ammoo, hennaan idaayyichi isaan biraa fudhatamu hin dhufa, isaan hennaa san sooman.


Yesuusillee Idaayyaan isaan woliin uduu jiru; «Worra jaalaa soomsisuu dandeettuu?


Haata'uu ammoo hennaan Idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa. Isaan ammoo yoo san hin sooman» isaaniin jedhe.


Achiin maayessa inni darasoota ufiitiin, «Hennaan isin guyyaa Ilma Namaa tokko argu'uuf hawwitan hin dhufa, isin garuu hin argitan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite