Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:14 - WAADAA LAMMATAA

14 Gaaf tokko darasoonni Yohaannisii gara Yesuusii dhufanii, «Nu'uu fi Fariisonni hennaa hedduu hin soomna. Darasoonni tee ammoo maali'iif hin soomne?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

14 Yeroo sanitti, barattoonni Yohaannisii gara Yesusii dhufanii, «Nu'uu fi Fariisoonni yeroo maraa ni soominna, barattoonni kee garuu ka hin soominne maali'iif?» jechu'uun, ni gaafataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

14 Gaaf tokko darasoonni Yohaannisii gara Yesuusii dhufanii, «Nu'uu fi Fariisonni hennaa hedduu hin soomna; darasoonni tee ammo maaf hin soomne?» jedhaniin.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:14
10 Referans Kwoze  

Yesuus, «Hennaa soomtan akka worra fakkeessuu uf hin daalacheessinaa'a; namootaatti akka soomaniiran uf mudhisu'uuf fuula ufii guuran. Dhugamaan isiniin jedha, isaan gatii ufii fudhataniiran.


Kanaafuu darasoota Yohaanisiitiif Yihuudota jiddu'utti waan qulqullumma'aatiif mormiin ka'e.


Fariisonni Yesuus Yohaannisiin caalaa'a, darasoota akka eda'atee fi akka cuuphaaru akka dhagayan Yesuus haga beeke,


Yohaannis cuuphaan mana hidha'aa uduu jiru hujii Kiristoosii dhagayee, darasoota keessaa lamaan ergeeti,


Yesuus akkana isaaniin jedhe, «Worri jaalaa Idaayyaan uduu isaan woliin jiru hin gaddanii? Haata'uu ammoo ji'oonni idaayyaan isaan biraa fudhatamu hin dhufa; hennaa san sooman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite