Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:12 - WAADAA LAMMATAA

12 Yesuus hennaa kana dhagaye, «Dhukkubsattootaaf malee, worra fayyaa qabaniif ogeessi qorichaa isaan hin barbaachisu jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

12 Yesus'llee kana dhagayee akkana jechu'uun isaanii ni deebise, «Dhukkubsattoota malee fayyaaleyyiin ogeessa fayya'aa isaan hin barbaachisu.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

12 Yesuus waan isaan jedhan dhagayee, «Dhukkubsattootaaf malee worra fayyaa qabaniif ogeessi qorichaa hin barbaachisu;

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:12
17 Referans Kwoze  

Yesuusillee deebisee, «Dhukkubsattootaaf malee, worra fayyaa qabuuf ogeessi fayya'aa hin barbaachisu.


Gumiinillee akka inni Yesuusiin ta'e beekanii isa faanaa deeman. Innillee isaan simatee waan jeennata Rabbii isaanitti hima'aa ture. Worra fayyuun isaan barbaachisullee hin fayyise.


Yesuusillee waan isaan jedhan dhagayee, «Dhukkubsattootaaf malee, fayyaaleyyi'iif ogeessi fayya'aa hin barbaachisu. Ani cubbamtoota malee, qajeellota waamu'uuf hin dhufne» isaaniin jedhe.


Woggaa kudha lamaa irraa jalqabee dubartii dhiinni isi'ii jigu takkatu ture. Waan qabdu maraa worra qorsa isi'ii kennutti fixattee ta eennullee isii fayyisuu hin dandeenne takkatu achi ture.


Jaalatamaan Ogeessi fayya'aa Luuqaasii fi Deemaasillee nagaya isinii dhaamaniiran.


Ilmi Namaa worra bade fayyisu'uuf dhufe.]


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite