Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 9:1 - WAADAA LAMMATAA

1 Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

1 Kanaan duubatti Yesus hoboloo yaabachu'uun garba ciisa'aan ce'ee, gara magaalaa mataa isaa ni dhufe.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

1 Kanaan maayessa Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 9:1
8 Referans Kwoze  

Qachaa Naazireetii gadhiisee Zaabiloonii fi Niftaaleemiin keessaa gara biyya galaana biraa gara Qifirnaahoomii dhaqee achi taa'e.


Baniin naannoo biyya Gergesenoon jiru maruu waan guddisanii sodaataniif, akka Yesuus isaan biraa lixu isa kadhatan. Innillee yabala keessa seenee achii deeme.


Yesuus galaana gama yabalaan haga ceeyeen maayii namoonni heddu wolgayanii gara isaa dhufan. Innillee qarqara galaanaa ture.


Yesuus namoonni hedduu akka isa marsan argee, gama akka ceeyan darasoota ufii ajaje.


«Waan woyyoome sariinii hin kenninaa'a; isinitti garagalanii isin ciniinanii. Meeshaa keessan ka gatii mi'a'aa booyyota afoo hin buusinaa'a!»


Hamaanillee hammeennuma ufii haa godhuu, battaayaanillee battummama ufii haa godhuu, qajeelaanillee qajeellummama ufii haa hojjatuu, woyyuunillee woyyummaa ufiitiin haa jabaatuu» jedhe.


Hennaa Yesuus gara yabalaa seenu, darasoonni isaallee isa faanaa deeman.


Baniin maruu waan isa eega'aaraniif hennaa Yesuus deebi'e gammachu'uun isa simatan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite