Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:7 - WAADAA LAMMATAA

7 Yesuus, «Ani dhufee isa fayyisa» jedhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

7 Yesus'llee, «Ani dhufee ni fayyisaan» jedheen.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

7 Yesuus, «Ani dhufee isa fayyisa» jedheen.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:7
5 Referans Kwoze  

Yesuusillee isaan woliin deeme. Hennaa gara mana isaa dhiyaate ajajaan dhibbaa loltoota jaalalloo ufii gara isa ergee akkana jedheen, «Gooftaa'a, ati mana kiyya seenuun waan siin hin malleef hin dadhabiin.


«Gooftaa kiyya! Tajaajilaan kiyya guddisee dhukkubsatee laamshayee mana ciiseera» jedhe.


Ajajaan dhibbaa sun ammoo, «Gooftaa kiyya! Ati mana kiyya seenu'uuf ani nama malee miti; jechuma callaa dubbadhu, tajaajilaan kiyya hin fayya.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite