Wongeela Maatewos 8:5 - WAADAA LAMMATAA5 Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahomii seene, ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, akkana jedhee isa kadhate. Gade chapit laWaadaa Haarawa5 Yesus gara magaalaa Qifrnnaahoomii yeroo aseenetti, ajajaan worra Rooma'aa ka dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee, kadhachu'uun, Gade chapit laKitaaba Woyyuu5 Yesuus hennaa qachaa Qifirnaahoomii seene ajajaan dhibbaa tokko gara isaa dhiyaatee akkana jedhee isa kadhate, Gade chapit la |