Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:34 - WAADAA LAMMATAA

34 Achiin maayessa namoonni qachaa san keessaa martinuu, Yesuusiin argu'uuf dhufan; Isaan hennaa dhufanii isa argan, akka inni biyya isaanii keessaa bayee deemu isa kadhatan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

34 Kanaan duubatti namoonni magaala'aa marrinuu Yesusiin laalu'uuf ni bayan, yeroo arganiinitti'llee, biyya isaaniitii bayee akka isaanii deemuuf ni kadhataniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

34 Achiin maayessa namoonni qachaa san keessaa maruu Yesuusiin argu'uuf bayan; isaan hennaa dhufanii isa argan akka inni biyya isaanii keessaa bayee deemu isa kadhatan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:34
13 Referans Kwoze  

Mana hidha'aatii isaan baasanii qachaa san keessaa akka bayan isaan kadhatan.


Simoon Pheexroos ammoo kana hennaa arge jilba Yesuusii jalatti kufee, «Gooftaa'a, ani cubbama'a natti hin dhiyaatin!» jedheen.


Yesuusiinillee hennaa arge afoo isaatitti gadi kufee, laagaa ufii ol fudhatee iyyee, «Ee Yesuus, Ilma Rabbii Ol Aana'aa! maal na irraa qabda? Ani si kadhadhaa, na hin rakkisin!» jedhe.


Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite