Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:32 - WAADAA LAMMATAA

32 Yesuus, «Dhaqaa'a!» isaaniin jennaan, jara keessaa bayanii booyyotatti galan. Gobbuun booyye'eellee ededa irraa gugatanii gara galaanaa ariifata'aa garba keessatti liqimfamanii du'an.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

32 Yesus'llee, «Deemaa» isaaniin jedhe. Kanaaf namoota keessaa bayanii gara booyyeewwanii dhaqanii isaanitti ni aseenan. Booyyeewwan marri'llee qarree qile'ee irraa gatantara'aa bu'anii, garba ciisaa keessatti kufanii ni du'an.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

32 Yesuus, «Dhaqaa'a!» isaaniin jennaan jara keessaa bayanii booyyotatti galan; gobbuun booyye'eellee ededa irraa gugatanii gara galaanaa ariifata'aa garba keessatti liqimfamanii dhuman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:32
10 Referans Kwoze  

Yesuusillee, «Maarre» isaaniin jedhe. Ayyaanonni battiin sunniinillee namicha keessaa bayanii gara booyyotaa galan. Gobbuun booyye'ee ka haga kuma lamaa gayan, afaan qilee irraa gara galaanaa gadi gugatanii liqimfaman.


Woggaan kumaa yoo raawwatame seexanni hidha'aa hiikkama.


Harki keetiif yannii kee banii Isiraa'elii woliin akka ta'u akkuma duraan dursaanii murteessan maraa raawwachu'uuf qachaa kanatti wol gayan.


Nama kana Rabbi akkuma duri murteessee fi akkuma duraan dursee yaadeef beekkomsa isaa ka durii irraan harka worra hammeeyyi'iitiin fanniiftanii ajjeeftan.


Jinniiwwan sunillee namicha keessaa bayanii gobbuu booyye'eetitti galan. Gobbuunillee afaan qile'ee irraa gugatanii galaanatti badan.


Jinnoonnillee, «Yoo ka nu baaftuu gara gobbuu booyyotaa san nu ergi» jedhanii isa kadhatan.


Worri booyyee tissan baqatanii qachaa seenanii, waan ta'ee fi waan namoota seexanni qabeeru irratti ta'e maraa achitti odeessan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite