Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:3 - WAADAA LAMMATAA

3 Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

3 Yesus'llee harka isaa diriirssee qaqabeeniiti, «Eeyyamee jira fayyi!» jedheen. Waashaye'llee bakkumatti waashayinna isaa irraa ni fayye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

3 Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Ee hin fedhaa fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba irraa fayye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:3
19 Referans Kwoze  

Innillee harka ufii hiixatee isa qaqqabeeniiti, «Hin fedhaa fayyi» jedheen. Yoma san dhibeen gogaa kukkutu sun irraa bade.


Yesuusillee gaddeefiit, «Harka ufii hiixatee qaqqabeeniiti hin fedhaa fayyi» jedheen.


Akkuma Aabba, worra du'an kaasee jireenna isaanii kennu, akkasuma ilmillee worra jaalatuuf jireenna kenna.


Innillee dammaqee bubbee san teedeffate; dambali'iinillee, «Cadhisi! Hin socho'in!» jedhe; bubbeenillee hin cadhise, hin sokossinelle'e.


Kana jedheeti laagaa gudda'aan Alaazaari gara diidaa as bayi jedhe.


Gara wosaasa'aa dhiyaatee, wasaasaa tuqe. Jarri reeffa baadhatan sunniinillee hin dhaabatan. Innillee akkana jedhe; «Dargaggeessa nana! Ani si'iin jedhaa ka'i!» jedhe.


Yesuus gumiin gara isaa akka hurrisa'aaru argee, ayyaana battii saniin, «Ati ayyaana afaanii fi gurra duuda'aa! Ani si ajajaa isa keessaa bayi; deebitee itti hin galin» jedhe.


Gara sami'ii ol jedhee laalee, hafuura guddaa baafatee, «Efaataa» jedheen. Akkas jechuun, «Banami!» jechu'u.


Harka mucati'iillee qabee, «Xaliitaa quumii!» jedheen. Hiikkaanillee, «Mucattii diqqoo'o! Ol ka'i!» jechu'u.


Hujii namni biraa hin goone isaan wodhakka'atti uduu godhuu dhabaadhee silaa cubbuu isaanitti hin ta'u. Amma ammoo anallee Abbaa kiyyallee arganii, jibbaniiran.


Achiin maayessa Yesuus, «Namichaan harka kee diriirsi» jedheen. Namichillee hennaa harka diriirfate, harki isaa fayyee, akkuma harka fayyaalessa kaanii ta'e.


Bara raatticha Elsaa'ii namni dhukkuba gogaa kukkutuun qabame heddutu biyya Israa'el keessa jira; garuu Niimaanii biyya Sooriya'aa tokkicha san malee, worra kaawwan keessaa namni tokkolle hin fayyine» jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite