Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:29 - WAADAA LAMMATAA

29 Isaanillee, «Yesuus, Ilma Rabbii, maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

29 Isaan'llee, «Ati yaa Ilma Waaqaa, ati nu'uun woliin dhimma maal qabdda? Uduu yeroon hin gayin nu makkaraarsu'uuf dhufitte moo?» jedha'aa, ni iyyan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

29 Isaan, «Yesuus Ilma Rabbii! maal nu irraa qabda? hennaan uduu hin geenne nu rakkisu'uuf dhuftee?» jedha'aa iyyan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:29
20 Referans Kwoze  

Innillee, «Yesuusii Naazireetii si woliin maal qabna? Nu balleessu'uuf dhuftee? Eennuun akka taate si beeka, ati Woyyicha Rabbiiti» jedhee iyye.


«Laki! Yesuusii nama Naazireetii hajaa maal nurraa qabda? Nu balleessu'uuf dhuftee? Ati eennuun akka taate si beeka! Ati Woyyicha Rabbii ti» jedhee iyye.


Rabbi akka tokko ta'e ati hin amanta. Mishaa goote jinniinillee akkasuma hin amana; hin sodaata.


laagaa gudda'aan iyyee, «Yesuus, Ilma Rabbii Ol'aana'aa! Maal narraa qabda? ani Rabbiin si wogee na hin rakkisin» jedheen.


Yesuusiinillee hennaa arge afoo isaatitti gadi kufee, laagaa ufii ol fudhatee iyyee, «Ee Yesuus, Ilma Rabbii Ol Aana'aa! maal na irraa qabda? Ani si kadhadhaa, na hin rakkisin!» jedhe.


Rabbi Maaleekkota cubbuu hojjatan uduu garaa isaanii hin laafne, boolla dukkanaayaa keessatti akka murtii eeggatan dabarsee eega kenne,


Achiin maayessa ataabtichii gara isaa dhufee, «Ati Ilma Rabbii yoo taate, dhagaa kana xoroshoo akka ta'u ajaji» jedhe.


Yesuusillee, «Aayyii, waan ani huju ati natti hin himini; hennaan kiyya hin geenne» isi'iin jedhe.


Jinniin ammoo, «Ati Kiristoosii Ilma Rabbiiti» jedha'aa namoota hedduu keessaa iyya'aa bayani. Akka inni Kiristoosiin ta'e waan beekaniif, Innillee isaan teedeffate akka isaan hin dubbanne isaan dhoogge.


Akkasuma Maleekkota Rabbii ka baalliin itti kenname irraa darbamanii hulee ufii gadi dhiisan qaabadhaa'a. Rabbi wodaroo yookiin haada sibiilaatiin isaan hidhee baraa haga bara baraa dukkana keessatti haga guyyaa murtii guddaa sanii isaan eega'aa tursiiseera.


Isiin nu faanaa deema'aa, «Namoonni karaa fayyiinsaa isinitti himan kunniin garboota Waaqa ol'aana'aa ti!» jedha'aa iyya'aa turte.


Ayyaanonni battiin hennaa isa argan maraa afoo isaatitti kufanii, «Ati Ilma Rabbiiti» jedha'aa iyyan.


Gobbuun booyye'ee heddu, isaan irraa fagaatanii bobbayanii dheeda'aaran.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite