Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:27 - WAADAA LAMMATAA

27 Kana irratti namoonni maalalfatanii, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun, nama attamiiti?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

27 Namoonni'llee maalalffatanii, «Kun ka bubbe'ee fi ka garb ciisaan'llee ajajamaniif, nama attamiit?» jedhan.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

27 Kana irratti namoonni maalalfatanii, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun nama attamiiti?» jedhan.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:27
8 Referans Kwoze  

Worri dhagayan maruu waan kana hagaa olitti maalalfatan, «Wonti inni godhe martuu misha'a; worri gurra duude akka dhagawu, worri afaan duude akka dubbatu hin godha» jedhan.


Innillee gara isaanii Yabalatti ol baye, bubbeenillee gab jedhe. Isaanillee guddisanii maalalan.


Martinuu, «Kun maali'ii? Baalli'iin ayyaanota battii ajaja; isaanillee hin ajajamaniif. Barumsi haarofni kun maali'i?» jedha'aa baaseffatanii wol gaggaafatan.


Kanaafuu duudonni hennaa dubbatan, dundumoonni hennaa fayyan, worri hokkolan hennaa deeman, balloonni hennaa argan maalalfataniiti Waaqa Israa'eliillee galateeffatan.


Worri yabala keessa turan, «Dhugamaan ati Ilma Rabbiiti» jedhanii sagadaniif.


Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa, Isiraa'eliin keessatti amantaa guddaa akkanaa nama qabu tokkochallee hin argine.


Yesuus deebisee, «Isin bada worra amantaa dhidhu'uu maaf sodaattan?» jedheen. Achiin maayessa inni ol ka'ee bubbe'ee fi dambalii teedeffate, yoma san dambaliin cadhise.


Hennaa Yesuus gama ceeyee biyya Gergesenoonii dhufe, namoonni lamaan jinniin dhayeeru bakka awwaalaatii bayanii itti dhufan; isaan guddisanii hammeeyyii waan turaniif haga namni karaa saniin lufuu dadhabutti sodaachisa'aa turan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite