Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:26 - WAADAA LAMMATAA

26 Yesuus deebisee, «Isin bada worra amantaa dhidhu'uu maaf sodaattan?» jedheen. Achiin maayessa inni ol ka'ee bubbe'ee fi dambalii teedeffate, yoma san dambaliin cadhise.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

26 Inni'llee, «Isin yaa worra amantiin isinitti dhidhate nana! maali'iitiif sodaattan?» isaaniin jedhe. Saniin duubatti'llee Yesus ka'ee bubbe'ee fi garba ciisa'atti ni baanate, cadhisiinssi ol aanaan'llee ni ta'e.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

26 Yesuus deebisee, «Isin bada worra amantii dhidhu'uu maaf sodaattan?» isaaniin jedhe. Achiin maayessa inni ol ka'ee bubbe'ee fi dambalii teedeffate; dambaliin yoma san cadhise.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:26
24 Referans Kwoze  

Rabbi abaaboo raasa'aa ka adha jiru, ka boru ibiddatti gatamu yoo akkanatti ka uwwisu ta'e, isin bada worra amantii diqqo'oo; isin attamitti caalchisee uwwisuu dadhaba ree?


Rabbiillee ulfinna kenna'aa, abdii kenname raawwachuu akka danda'u jabeessee hubatee laale. Amanta'aan jaabaatee laale malee, amanuu dhabu'uun abdii dubbii Rabbii hin mamne.


Yesuus yaada isaanii beekee akkana isaaniin jedhe, «Isin worra amantaa diqqo'oo maaf waan dhalee dhabuu keessanii woliin qaaxxan?


Kitaabattii diqqoo banamte harkatti qabateera. Luka isaa ka mirgaatiin galaana irraa, ta biita'aatiin lafa irra dhaabate.


Kana irratti namoonni maalalfatanii, «Ka bubbeenii fi dambaliin ajajamuuf kun, nama attamiiti?» jedhan.


Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Sababaa amantaan keessan diqqaateef malee, ani dhugamaan isiniin jedhaa, amantii diqqoo haga gumaa sanaafici'ii uduu qabaattanii, gaara kanaan, ‹Asii ka'ii achi deemi!› yoo jettan, innillee hin deema; Wonti isiniif hin danda'amne hin jiru.


Yesuus ayyaana hama'aan, «Cadhisi! isa keessaa bayi!» jedhee isa teedeffate. Seexannillee isaan jiddutti isa kuffisee uduu namicha hin miine isa keessaa baye.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite