Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:24 - WAADAA LAMMATAA

24 Dambaliin yabala liqimsuu geennaan guddisanii raafaman; hennaa san Yesuus rafeera.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

24 Danbaliin ol aanaan garba ciisaa irratti waan ka'eef, danbaliin hoboloo garagalchee jala dibu'uun ni gaye, Yesus garuu rafee jira ture.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

24 Dambaliin yabala liqimsuu geennaan guddisanii raafaman; hennaa san Yesuus hin rafeera.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:24
13 Referans Kwoze  

Yabala keessa seenanii uduu deema'aa jiran, Yesuusiin hirribni qabee rafe. Yabalillee bisaan hoboonbolattii hora san irratti ka'een guuttamuu jalqabee jennaan, akka malee sodaatan.


Akka amantaniif achi jiraachuu dhabuu kiyyaaf waan keessaniif na gammachiisa. Haata'uu ammoo gara isaa haa deemnuu!» isaaniin jedhe.


Hennaa Yesuus gara yabalaa seenu, darasoonni isaallee isa faanaa deeman.


Darasoonni gara Yesuusii dhaqanii, maal bannee Gooftaa keenna! Nu hambisi jedha'aa isa dammassan.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite