Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:23 - WAADAA LAMMATAA

23 Hennaa Yesuus gara yabalaa seenu, darasoonni isaallee isa faanaa deeman.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

23 Yesus'llee gara hobolo'oo irraa yeroo bayutti, barattoonni isaa isa ni horddofaniin.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

23 Hennaa Yesuus gara yabalaa seenu darasoonni isaallee isa faanaa deeman.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:23
6 Referans Kwoze  

Yesuus yabala yaabbatee galaana ceeyee gara qachaa ufii dhufe.


Yesuusillee deebisee, «Deema'aatii, waan argitanii fi waan dhageettan Yohaannisitti himaa'a! Ballaan hin arga, worri hokkolu hin deema, worri dhukkuba gogaa kukkutuun qabame hin fayya, worri gurraan hin dhageenne hin dhagayan, worri du'ellee hin ka'a, Oduun Nagayaa hiyyeeyyi'iif hin lallabama.


Dambaliin yabala liqimsuu geennaan guddisanii raafaman; hennaa san Yesuus rafeera.


Gaafas hennaa aduun dhiite Yesuus, «Beenaa, galaana gama ceenaa» isaaniin jedhe.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite