Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:18 - WAADAA LAMMATAA

18 Yesuus namoonni hedduu akka isa marsan argee, gama akka ceeyan darasoota ufii ajaje.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

18 Yesus namoonni baayi'een naannaya isaa titti wolgayanii yeroo argetti, gara garba ciisa'aan gamaa akka ce'aniif, barattoota isaa ni ajaje.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

18 Yesuus namoonni hedduu akka isa marsan argee, akka gama ceeyan darasoota ufii ajaje.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:18
10 Referans Kwoze  

Gaafa tokko inni darasoota ufii woliin gara yabala tokkoo seenee, «Ka'aa galaana gama haa ceenuu» isaaniin jedhe. Isaanillee ka'anii deeman.


Sababa kanaaf Yesuus, akka isaan hunnaan isa qabanii, mootii isa godhachu'uuf itti dhufa'aaran beekeeti hojja ufii gara gaaraa ol baye.


Gaafas hennaa aduun dhiite Yesuus, «Beenaa, galaana gama ceenaa» isaaniin jedhe.


Yesuus uduu gumii geegessa'aaru darasoonni isaa yabala keessa seenanii gara gamaa akka isa firrisanii bayan isaanitti hime.


Achiin maayessa, inni achumatti isaan dhiisee yabala keessa seenee gama ceeye.


Yoosuu uduu Yesuus banii geegessa'aaru darasoonni yabala keessa seenanii gara Beetasayida'aa firrisanii akka lufan isaan ajaje.


Yesuus galaana gama yabalaan haga ceeyeen maayii namoonni heddu wolgayanii gara isaa dhufan. Innillee qarqara galaanaa ture.


Yesuus hennaa gaara irraa gadi bu'e, gumiin hedduu isa faana deeman.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite