Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:17 - WAADAA LAMMATAA

17 Wonti Isaayaas raattichi, «Inni dadhabbii keenna nu irraa fudhate. Dhukkuba keennallee baate» jedhe haa raawwatamu'uuf inni kana godhe.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

17 Kana'llee raawwachuu isaatiin nabiyyicha Isaayaasiin, «Inni dhibee keenna ni fudhate, dhukkubsata keenna'llee ni baadhate» raaginni jedhame, ni raawwatame.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

17 Wonti Isaayyaas raattichi, «Inni dadhabbii keenna nu irraa fudhate; Dhukkuba keennallee baate» jedhe haa raawwatamu'uuf kana godhe.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:17
9 Referans Kwoze  

Cubbuu irraa duunee, qajeellumma'aaf akka jiraannu, Kiristoos cubbuu keenna nafa ufiitiin fannoo irratti baadhate. Isin tumama madaa isaatiin fayyitaniirtan.


Kun martinuu wonti Gooftaan karaa raagaatiin dubbate sun akka raawwatamuuf ta'e.


Raattotaan waan Yesuusii, «Inni ‹Naazireeticha› jedhama» jedhamee ka dubbatame akka raawwatamuuf, gara qachaa Naazireeti jedhamtuu dhaqee achi taa'e.


Haga Heroodis du'utti achuma taa'e; Gooftaan afaan raagaatiin, «Ani biyya Misiriitii ilma kiyya waame» jedhee dubbate suni akka raawwatamuuf kun ta'e.


Hennaa aduun dhiite worra dhibamanii fi worra jinniin keessa jiru maraa gara isaa fidan.


Hennaa aduun dhiite dhukkubsattoota dhibee adda addaatiin qabaman maraa gara isaa fidan. Innillee tokko tokko isaanii harka ufii isaan irra kaayee isaan fayyise.


Kanaaf waan Kiristoosiitiif dadhabbiin, xaaruun, rakkoon, ari'amu'uuf, dhiphachu'uun hin gammada. Yoo dadhabe waan hennaa san jabaadhuuf.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite