Wongeela Maatewos 8:16 - WAADAA LAMMATAA16 Haga aduun dhiiteen maayii, namoota jinni'iin qabaman heddu isaanii gara Yesuusii fidan. Innillee dubbii ufiitiin jinnoota baasee, worra dhibame maraa fayyise. Gade chapit laWaadaa Haarawa16 Yeroo dhiitetti'llee namoonni namoota jinni'iin qabaman dhukkubisatoota baayi'ee gara Yesusii ni fidan, inni'llee dubbii isaatiin hafuurota battiiwwan jinni'ii isaan keessaa ni baase, dhukubsatoota mara'llee ni fayyise. Gade chapit laKitaaba Woyyuu16 Haga aduun dhiiteen maayii namoota jinni'iin qabaman heddu isaanii gara Yesuusii fidan; Inni dubbii ufiitiin jinnoota baasee worra dhibame maraa fayyise. Gade chapit la |