Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:15 - WAADAA LAMMATAA

15 Inni harka isi'ii hennaa qaqqabe haxaxxeenii fi oo'i isii dhiise. Isiinillee kaatee isaan tajaajilte.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

15 Harka isi'ii'llee yeroo qaqabetti bakkumatti dhukkubinni oo'isee qaama gubu gad dhiiseeniiti ni fayyite, kaatee'llee Yesusiin tajaajiluu jala ni qabdde.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

15 Inni harka isi'ii hennaa qaqqabe haxaxxeenii fi oo'i isii dhiise; isiinillee kaatee isaan tajaajilte.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:15
15 Referans Kwoze  

Inni ammoo harka isi'ii qabee, «Mucattii ka'i» jedhee guddisee dubbate.


Yesuusillee gaddeefiit, «Harka ufii hiixatee qaqqabeeniiti hin fedhaa fayyi» jedheen.


Yesuus waan isaan garaa isa nyaataniif, ija isaanii qaqqabe. Yoma san ijji isaanii banamtee, isaanillee isa faanaa deeman.


Qaccema uffata isaa callaa tuqanii fayyu'uuf isa kadhatan. Worri isa tuqe maruu hin fayye.


Achiin maayessa Yesuus, «Akka amantaa keessanii isinii haa ta'u jedhee ija isaanii qaqqabe.


Dubartiin woggaa kudha lamaaf dhiinni isi'ii dhaabatuu didee rakkata'aa turte takka isa duubaan dhuftee handaara uffata Yesuusii tuxxe.


Yesuus harka ufii diriirsee qabeenii, «Hin fedhaa, fayyi!» jedheen; hennama san namichi dhukkuba ufii irraa fayye.


Yesuus hennaa mana Pheexroosii dhaqe, soddaatiin Pheexroosii oo'aa fi haxaxxe'een dhibamtee ka ciifteertu arge.


Haga aduun dhiiteen maayii, namoota jinni'iin qabaman heddu isaanii gara Yesuusii fidan. Innillee dubbii ufiitiin jinnoota baasee, worra dhibame maraa fayyise.


Yomasan Mana sagada Yihuudotaatii bayee, Yaaqoobii fi Yohaannisiin woliin gara mana Simoonii fi Indiriyaasii seene.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite