Biblia Todo Logo
Bib sou entènèt

- Piblisite -




Wongeela Maatewos 8:13 - WAADAA LAMMATAA

13 Achiin maayessa Yesuus ajajjaa dhibbaatiin, «Deemi; akkuma amantaa keetii sii haata'u» jedhe. Tajaajilaan ajajaa dhibbaallee yoma san fayye.

Gade chapit la Kopi

Waadaa Haarawa

13 Kanaan duubatti, Yesus ajajaa dhibbaatiin, «Deemi akka amantii keetii siif haa ta'u!» jedheen. Tajaajilaan isaa'llee saa'aatima sanitti ni fayye.

Gade chapit la Kopi

Kitaaba Woyyuu

13 Achiin maayessa Yesuus ajajjaa dhibbaatiin, «Deemi; akkuma amantii keetii sii haa ta'u» jedhe. Tajaajilaan ajajaa dhibbaa yoma san fayye.

Gade chapit la Kopi




Wongeela Maatewos 8:13
10 Referans Kwoze  

Yesuusillee, «Deemi; mucaan kee fayyeera!» jedheen. Namichillee dubbii Yesuus itti hime amanee deeme.


Yesuus, «Maaf ‹Yoo dandeette› jetta? nama amanuuf wonti martinuu hin danda'ama» jedheen.


Yesuusillee akkana jedhee isaanii deebise, «Sababaa amantaan keessan diqqaateef malee, ani dhugamaan isiniin jedhaa, amantii diqqoo haga gumaa sanaafici'ii uduu qabaattanii, gaara kanaan, ‹Asii ka'ii achi deemi!› yoo jettan, innillee hin deema; Wonti isiniif hin danda'amne hin jiru.


Achiin maayessa Yesuus deebisee, «Dubartii nana, amantaan kankee gudda'a! Akkuma hawwii keetii siif haata'u» jedheen. Mucattiinillee yoma san fayyite.


Yesuus garagalee isii argee, «Intala tiyya, jabaadhu! amantaan kee si fayyiseera» jedheen; dubartittiinillee yeroma san irraa jalqabdee fayyite.


Achiin maayessa Yesuus, «Beekkadhu! Waan kana nama tokkottillee hin himin; haata'uu ammoo deemiitii, gadichatti uf mudhisi; fayyuun kee nama maraaf akka ragaa ta'u, fayyuu keetiif kennaa Muuseen ajaje dhiyeessi!» jedheen.


Innillee isi'iin, «Dubbima kee kanaafuu jinniin mucattii tee keessaa bayeera; gara mana keetii gali» jedheen.


Swiv nou:

Piblisite


Piblisite