Wongeela Maatewos 8:10 - WAADAA LAMMATAA10 Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa, Isiraa'eliin keessatti amantaa guddaa akkanaa nama qabu tokkochallee hin argine. Gade chapit laWaadaa Haarawa10 Yesus'llee kana yeroo dhagayetti ni maalalffate, isa horddofan namoota turaniin'llee akkana ni jedhe, «Dhugamaan isiniin jedha, amantii hagana gayu guddaa ka qabu, nama tokko'llee Israa'eelumaan keessattuu hin arganne. Gade chapit laKitaaba Woyyuu10 Yesuus hennaa waan kana dhagaye maalalee worra isa hordofuun, «Ani isinitti himaa Israa'eliin keessatti nama amantaa guddaa akkanaa qabu tokkochallee hin argine. Gade chapit la |